Attam jirtu dhimmamtoonni quuqama misooma afaan Oromoo qabdan hundi keessan. Barjaalee dogoggoraa Godinaafi Magaalaa, keessaatti mul'atan Guca armaan gadiitti fayyadamuudhaan dogoggora bifa kamiiyyuu wayita argitan tarkaanfii sirreeffamaa akka fudhannuuf Garee Misooma Afaanii BATO'f akka ergitan isin affeerraa. Galatoomaa!!
Drag and drop files here or Browse